Keessatti warri filannoo maanguddootaa hin barbaadnu, filannoon kan bara 2020 akka irra deebiyu hin bardnu jedhan fuula haaraa ... walqabsiisee hawaasni Oromoo biyya sana jiraatu dinagdee ...
Qaam’ee 5/2016(TOI)- Bara haaraatti wayita ceenu abdii haaraa, karoorota haaraa qabannee bu’aawwan haaraaf gahuuf cimina keenyacichoomaa fi carraaqqii keenya guddisuuni jedhan bulchaan jiddugaleessa ...
Qaam’ee 5 /2016(TOI)- Ministeerri dhimma alaa bara haaraa sababeeffachuun daa’imman guddisuu fi hojjettoota mindaa xiqqaa qabaniif maaddii qoodeera. Ministirri dhimma alaa ambaasaaddar Tayyee ...
Mootummaan akkaataan bulchiinsa sharafa alaa haaraa kun daldala alaa jajjabeessa, kuufama sharafa alaa cimsa jedhus ogeeyyoonni tokko tokko garuu murtoo kana yeroo qeeqaa turaniiru. Qorannoon ...