Qaam’ee 5/2016(TOI)- Bara haaraatti wayita ceenu abdii haaraa, karoorota haaraa qabannee bu’aawwan haaraaf gahuuf cimina keenyacichoomaa fi carraaqqii keenya guddisuuni jedhan bulchaan jiddugaleessa ...
Qaam’ee 5 /2016(TOI)- Ministeerri dhimma alaa bara haaraa sababeeffachuun daa’imman guddisuu fi hojjettoota mindaa xiqqaa qabaniif maaddii qoodeera. Ministirri dhimma alaa ambaasaaddar Tayyee ...
Dhaloonni haaraan waan haaraa hin argannu jechaa ture' Obbo Kadiroo ... Filannoon walqabsiisee hawaasni Oromoo biyya sana jiraatu dinagdee Ameerikaa ni ilala, nageenya ni ilala, waa’ee fayyaa ...
Mootummaan akkaataan bulchiinsa sharafa alaa haaraa kun daldala alaa jajjabeessa, kuufama sharafa alaa cimsa jedhus ogeeyyoonni tokko tokko garuu murtoo kana yeroo qeeqaa turaniiru. Qorannoon ...